Kuufama Moobaayilaa Dhaabbataa Kan Ji'aa Kuufama Moobaayilaa

Tajaajila kanaaf wayita galmooftan qarqabni osoo itti hin fayyadamiin hafe gara baatii itti aanuutti isiniif darba!

Kuufama sagalee fi daataa moobaayilaa dhaabbataa kan ji'aa

Qarqaba daataa moobaayilii kan ji’aa

  •  

  • tajaajiloota:

  • Meegaabaayitiin 500 birrii 35
  • Giigaabaayitiin 1 Qarshii 60
  • Giigaa baayitii 2 birrii 105
  • Giigaa baayitii 4 birrii 200
  • Giigaa baayitii 10 birrii 420
  •  
  •  

Qarqaba sagalee moobaayilii kan ji’aa

  •  
  • tajaajiloota:

  • Daqiiqaa 25 + ergaa 35/Qar. 35
  • Daqiiqaa 200 + ergaa 50/Qar. 50
  • Daqiiqaa 400 + Ergaa 95 / Qrashii 95
  • Daqiiqaa 500 + Ergaa 120 / Qrashii 120
  • Daqiiqaa 1000 + Ergaa 195 / Qrashii 195
  • Daqiiqaa 2000 + ergaa 380/ Qarshii 380
  •  

moobaayilii sagalee + daataaMonthly
sagalee + daataa

  •  
  • Offer Mix:

  • Daqiiqaa 125 + Giigaa baayitii 2 + Ergaa 50/ Qarshii 140
  • Daqiiqaa 375 + Giigaa baayitii 2 + Ergaa 50/ Qarshii 200
  • Daqiiqaa 1250 + Daataa Hin Daangeffamne + Ergaa 50/ Qarshii 140
  •  
  •  

Kuufama Fileeksii

  •  
  • Kuufama Fileeksii Yuuniitii 2280/ Qarshii 100
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee dhaabbataa kan ji'aa

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee
dhaabbataa kan ji'aa

  •  
  • Offer Mix:

  • Sagalee Moobaayilaa biyya keessaa daangaa malee/ Qarshii 999
  • Daataa moobayilaa daangaa malee/ Qarshii 999
  • Sagalee +Daataa/ Qarshii 1700
  •  
  •  

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee
dhaabbataa kan ji'aa

  •  
  • Offer Mix:

  • Sagalee Moobaayilaa biyya keessaa daangaa malee
  • Daataa moobayilaa daangaa malee
  • Ergaa barreeffamaa gabaabaa daangaa malee
  • Bilbila biyya alaa daqiiqaa 100 + ergaa barreeffamaa gabaabaa 50
  •  

  • Maamiltoonni moobayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi hayibiriidii qarqaba moobaayilii dhaabbataa kan ji’aa yeroo kamiyyuu galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Fayyadama (appilications) moobaayilii maayi Itiyooteel ykn gara *999# tti bilbiluudhaan akkasumas qaamaan gara jiddu galeessa gurgurtaa Itiyoo Telekoom dhufuudhaan tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Qarqaba dhaabbataa baatiif galmooftanii tajaajila qarqabaan ala wayita fayyadamtan waamicha biyya keessaaf dhibbantaa 25, akkasumas daataaf dhibbantaa 25 isinii hir’ata.
  • Maamiltoonni tajaajila waamichaa tajaajila qarqabaa dhaabbataa galmaa’anii ala fayyadamaniif gatiin taarifaa sa’aatii idilee alaa ykn daqiiqaa tokkoof saantima 35 kaffalu.
  • Qarqabni kun baatii itti aanu tokkoof qofa isaaniif ceha.
  • Qarqaba kana lakkoofsa tajaajila galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajila biraatti dabarsuu hin danda’an.
  • Qarqabni moobaayilii sagalee kan fayyadu waamicha biyya keessaaf qofa dha. Dabalataanis lakkoofsota tajaajila gaggabaaboof hin fayyadu.
  • Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.

Kuufama Moobaayilaa Turtii Yeroo Dheeraa

Dhiyeessii Kuufama yeroo dheeraa keenyaan fayyadama keessan dheeressaa!

Kuufama moobaayilaa yeroo dheeraa kan waggaa 1

Doomeenii sadarkaa 2ffaa Bilisaan waggaa1’f

 

  • Maamiltoonni tajaajila moobaayilii kafaltii duraa,kafaltii boodaa fi haayibiriidii  hundi qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Qarqaba turtii yeroo dheeraaf yemmuu galmooftan gatii qarqaba filattanii al tokko qofa kafaltu.
  • Maamiltoota kurmaana waggaa ykn guyyoota walitti aanan 90f jiddu galeessa gurgurtaa keenyatti galmaa’aniif qarqaba gadi lakkisuuf filannoo lama qabu.
    • Tajaajiloonni qarqabaa hundi amma jajaajilichi xumuramutti ai tokko kan gadi lakkifaman yoo ta’u, kan lammataa ammoo,
    • Tajaajiloonni qarqabaa eeraman amma guyyaan tajaajilaa xumuramutti baatiin qoqqoodamee kan dhihaatu yoo ta’u, qarqabni osoo hin fayyadamiin hafe gara baatii itti aanuutti ceha.
  • Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa lakkoofsa gabaabaa *999#, Fayyadama Fayyadama (appilications) maayi Itiyooteel fi gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa dhufuun galmaa’uu ni danda’u. fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii boodaa gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa qaamaan dhufuun tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Maamiltoonni dhuunfaa fi dhaabbataa tajaajila qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uu ni danda’u.
  • Maamiltoonni lakkoofsa tajaajilaa galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraaf dabarsuu hin danda’an.
  • Ai tokko qarqaba turtii dheeraaf erga galmaa’anii booda erragni akka deebi’u gaafachuun ykn gara qarqaba turtii yeroo dheeraatti geeddaruun hin eeyyamamu.
  • Qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uuf siim kaardiin itti fayyadamaa jirtan kan hojjetu ta’uu qaba.
  • Qarqabni moobaayilii  sagalee fi barreeffama gabaabaa  tajaajila sagalee fi ergaa qofaaf kan ooludha.
  • Qarqaba bittaniin ala akkasumas lakkoofsa gabaabaa wayita fayyadamtan taarifni tajaajilaa idileen hojiirra ni oola.
  • Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.

Kuufama Moobaayilii PiriimiyeemiiDaangaa Malee

Qarqaba moobaayilii piriimiyeemi hin daangeffamnee

Tajaajila moobaayilii piriimiyeemii hin daangeffamnee fayyadamaatii guddaa gammadaa!

Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii
300 Birr
  • Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii
Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii
999 Birr
  • Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii
Kuufama Sagalee Daangaa Malee Kan Ji'aa
999 Birr
  • Kuufama Sagalee Daangaa Malee Kan Ji'aa
Kuufama Sagalee + Daataa Daangaa Malee Kan Ji'aa
1,700 Birr
  • Kuufama Sagalee + Daataa Daangaa Malee Kan Ji'aa
Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Daangaa Malee Kan Ji'aa
2,330 Birr
  • Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Daangaa Malee Kan Ji'aa

  • Tajaajila kana Maayi Itiyoo Teel, Teeleebirrii, Itiyoo gabataa *999# akkasumas jiddu galeessota keenya gurgurtaatti ni argattu.
  • Tajaajilli qarqaba daataa maamiltoota dhuunfaa akkasumas dhaabbileef kan dhihaatedha.
  • Qarqaboota baay’ina hindaangeffamne qabaniif qarqaba maamiltoota biroof qooduun hin danda’amu.
  • Qarqaba sagalee hin daangeffamnee gara qarqaba daataa hin daanbgeffamnee akkasumas qarqaba faalaa isaatti jijjiiruun fayyadamuun ni dabda’ama. Kun kan ta’u qarqaba bittanii osoo hin fayyadamiin dura ta’uu qaba.
  • Maamiltoonni qarqaba piriimiyeemii hin daangeffamne ofiisaaniif akkasumas firaafi michootasaaniif kennaa erguufii ni danda’u.
  •  Yeroo tajaajilaaLakkoofsa moobaayilii maamiltootaa yeroo turtii qarqaba bitanii kan caalu ykn wal qixa ta’uu qaba. Danbii fi haalonni tajaajila qarqabaa duraanii raawwatamaa ni ta’u.
  • Gatiin hundi taaksii dabalatraa waliini.