Tajaajila Hawaalaa Idil Addunyaa teeleebirrii

Firootaafi hiriyyoota keessan biyya alaa jiraatan irraa maallaqa karaa moobaailii isinii ergamu salphaatti fudhachuu ni dandeessu.

Shariikota keenya maallaqa idil addunyaa erguuf nu waliin hojjetan

Tartiiba ittiin ergamu

www.talkremit.com seenaa

Enyummeessa keessan uummadhaa.

Marsariitii irratti tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaa.

Baay’ina maallaqaa fi akkaataa itti ergamu.

Baay’ina maallaqaa galchaa.

Biyya itti ergitan filadhaa.

Karaa ittiin dabarsitan filadhaa (teeleebirrii)

Odeeffannoowwan nama fudhatuuu

Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.

Mirkaneessaatii ergaa

  • Awustiraaliyaa
  • Baangilaadiish
  • Bulgaariyaa
  • Burkiinaafaasoo
  • Kaamboodiyaa
  • Kaameeruun
  • Kaanaadaa
  • Keepveerdee
  • Koongoo Biraazaaviil
  • Kotidivaar
  • Qophiroos
  • Deenmaark
  • Jibutii
  • Ertiraa
  • Istooniyaa
  • Itiyoophiyaa
  • Faransaayi
  • Gaambiyaa
  • Jarman
  • Gaanaa
  • Giinii Bisaawu
  • Hindi
  • Xaaliyaanii
  • Keeniyaa
  • Kuweet
  • Liwiitwwniyaa
  • Maadagaasikaar
  • Maalaaw
  • Maaleejiyaa
  • Moorookoo
  • Moozaambiik
  • Neeppaal
  • Niijer
  • Naayijeeriyaa
  • Paakiistaan
  • Fiiliippiinsi
  • Poolaandi
  • Kuwaataar
  • Ruwaandaa
  • Senegaal
  • Somaaliyaa
  • Somaaleelaand
  • Siiriilaankaa
  • Toogoo
  • Yugaandaa
  • Emereetota Araba Gamtoomanii
  • Ameerikaa
  • Zaambiyaa

www.remitly.com seenaa

Nutti makamaa (Jiun Now) isa jedhu cuqaasaa.

Entummeessa keessan uummadhaa.

Teessoo keessan emeelii, jecha ittiin seentan galchaatii mirkaneessaa.

Itti makamaa isa jedhu cuqaasaa.

Baay’ina maallaqaa fi akkaataa ittii ergamu

Baay’ina maallaqaa biyya jiraattanii (sharafa) galchaa.

Gatiin sharafaa birrii Itiyoophiyaatiin ni mul’ata.

Karaa maallaqa moobaayiliin erguu filadhaa.

Teeleebirrii filadhaatii itti fufaa isa jedhu cuqaasaa.

Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon

Maqaa nama fudhatuu fi maqaa akaakayyuu galchaa.

Lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu galchaa.

Nama fudhatuuf ergaan barreeffamaa gabaabaa mirkaneessu ergi isa jedhu filadhaatii itti fufi isa jedhu cuqaasaa.

Odeeffannoowwan nama erguu tokko tokkoon

Maqaa nama erguu, maqaa akaakayyuu fi lakkoofsa bilbilaa galchaa.

Teessoo daandii, magaalaa, maqaa bulchiinsaa, koodii adda baaftuu (Zip code), guyyaa dhalootaa galchuun itti fufaa isa jedhu cuqaasaa.

  1. Tarreeffama kafaltii

Lakkoofsa kaardii galchaa.

Guyyaa xumuramuu fi lakkoofsa CVV galchaa.

Maqaa keessan kaardiirra jiru galchaa.

Riiviiwu isa jedhu cuqaasaatii ergaa.

  • Awustiraaliyaa
  • Ostiyaa
  • Beeljiyeem
  • Kaanaadaa
  • Denmaark
  • Fiinlaand
  • Faransaayi
  • Jarman
  • Ayerlaand
  • Xaaliyaanii
  • Nezerlaand
  • Noorweeyi
  • Siingaapoor
  • Ispeen
  • Siwiidin
  • Ingiliiz
  • Ameerikaa

www.worldremit.com seenaa

Enyummeessa keessan uummadhaa.

Marsariiticharratti tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaa.

  1. Tarreeffamoota ittiin dabarsan

Biyya itti ergamu filadhaa

Karaa ittiin dabarfamu (maallaqa moobaayilii/ woorlid remiit waaleet) galchaa.

Baay’ina maallaqa dabarfamuu galchaa (kafaltii xiqqaa fi gatiin sharafaa ni argisiisa)

Tarreeffamoota nama fudhatuu galchaa

Maqaalee namoota kanaan dura ergitan keessaa filadhaa.

Jijjiirraa taasiftaniif kafalaa.

Kaardiidhaan kafalaa  (idaa, liqii fi kafaltii duraaያ), karaa baankii dabarsuu  (poolii,  Interaak፣IDEA, Kilaarii fi appilpeeyi , Tireestilii  (Karaan ittiin kafalamu akkaataa biyyootaatiin addaddummaa ni qabaatu).

Mirkaneessaatii ergaa.

Awustiraaliyaa

Gaanaa

Maaltaa

Baahireen

Jiibraalter

Nezerlaand

Beeljiyeem

Giriik

Niwuuziilaand

Biraaziil

Hoong koong

Noorweeyi

Bulgaariyaa

Haangaarii

Omaan

Burkiinaa Faasoo

Ayislaand

Fiiliippiins

Kaameeruun

Ayerlaandi

Poolaand

Kaanaadaa

Xaaliyaanii

Poorchugaal

KirooshiyaaAyivooriikoost

Kuwaataar

Qoophiroos

Jaappaan

Roomaaniyaa

Riippaabiliikii cheek

Yoordaanoos

Ruwaandaa

Deenmaark

Kuweet

Saawudii Arabiyaa

Istooniyaa

Laatiiviyaa

Seeneegaal

Fiinlaand

Liituuweeniyaa

Siingaapoor

Faransaayi

Luksambarg

Sloovaakiyaa

Jarman

Maaleejiyaa

Sloovaakiyaa

Somaaliilaand

Swiidin

Ugaandaa

Afriikaa Kibbaa

Siwiizerlaand

Emereetota Araba gamtoomanii

Taayiwaan

Kooriyaa

Ingiliiz

Ispeen

Toogoo

Ameerikaa

Marsariitii www.taptapsend.com babaa seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa banaa. Karaa marsariitii kanaa tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii fayyadamaa.፡

Maallaqa erguuf

--› Biyya maallaqa itti erguu barbaaddan filadhaa.

--› Baay’ina maallaqa erguu barbaaddan galchaa.

--›  Kan itti aanu isa jedhu cuqaasaa.

--› Galmee bilbila keessanii keessaa lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu filadhaa ykn barreessaa. Maqaa seera qabeessa abbaan lakkoofsa bilbilaa fi odeeffannoowwan biroo guutuu galchaa.  ፡

--› Kafalaa

  • Yuunaayitid isteetis
  • Yuunaayitid Kiingidam
  • Beeljiyeem
  • Kaanaad
  • Faransaayi
  • Jarman
  • Xaaliyaanii
  • Maayootee
  • Nezerlaand
  • Poorchugaal
  • Riiyuuniyeen
  • Ispeen

Marsariitii www.riamoneytransfer.com seenaa.

Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa keessan uummadhaa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.

Enyummeessa ‘ria’ banaatii seenaa.

Odeeffannoo tokko tokkoon galchaa.

Biyya maallaqni itti ergamu filadhaa.

Sharafa maallaqaa namni ergameef ittiin fudhatu galchaa.

Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.

Nama fudhatu galchaa.

Koodii ittiin beeksifamu yoo qabaattan galchaatii itti fufi isa jedhu galchaa.

Maallaqa dabarsitaniif odeeffannoo waliigalaa ilaalaa.

  • Awustiraaliyaa
  • Kaanaadaa
  • Yuunaayitid Kiingidam
  • Yuunaayitid Isteet

Marsariitii www.azimo.com banaa

Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa uummadhaa

Karaa marsariitii kanaa tola galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.

Baay’ina maallaqaa fi akkaataa itti ergamu.

Baay’ina maallaqaa galchaa.

Biyya filadhaa

Tooftaa maallaqa ittiin dabarsitan filadhaa (Teeleebirrii)

Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon

Odeeffannoo nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.

Mirkaneessaatii ergaa

  • Sloovaakiyaa
  • Ispeen
  • Iswiidin
  • Siwiizerlaand
  • Yuunaayitid Kiingidam

Marsariitii www.masterremit.com banaa.

Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa uummadhaa.

Karaa marsariitii kanaa tola galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.

Baay’ina maallaqaa fi akkaataa ittiin ergamu.

Baay’ina maallaqaa galchaa.

Biyya filadhaa.

Tooftaa maallaqa ittiin dabarsitan filadhaa(Teeleebirrii).

Odeeffannoo nama fudhatuu tokko tokkoon.

Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.

Mirkaneessaatii ergaa

  • Sloovaakiyaa
  • Ispeen
  • Iswiidin
  • Siwiizerlaand
  • Yuunaayitid kiingidam

Marsariitii www.moneytrans.eu/ seenaa

Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa banadhaa.

Karaa marsariitii kanaa tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.

Biyya Filadhaa

Baay’ina maallaqaa filadhaa.

Gatiisaa mirkaneessaa.

Kafalaa.

Bakka bu’oota maallaqa dabarsan kanneen Awurooppaa jiraatan qaamaan argadhaa.

Biyya Filadhaa

Baay’ina maallaqaa

Mirkaneessaatii kafalaa

Beeljiyeem

Faransaayi

Xaaliyaanii

Ispeen

Fayyadama moobaayilii gogil pileeyi ykn appistoor irraa buusaa

Baankiirraa dabarsuu isa jedhu cuqaasaa.

Baay’ina birrii galchaa (doolaara Ameerikaa)

Itti fufaaisa jedhu cuqaasaa.

Odeeffannoo  nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.

Filmaatota maallaqni itti darbu qabda keessaa teeleebirrii filadhaatii lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu galchaa.

Magaalaa namni fudhatu kun keessa jiraatu galchaa.

Tarreeffamoota oeeffannoo irratti sirreeffama yoo qabaattan sirreessuu isa jedhu cuqaasaa.

Mirkaneessaa isa jedhuu fi ergaa isa jedhu cuqaasaa.

Odeeffannoo dabalataaf Marsariitii: https://www.majority.com/en/ seenaa.

Ameerikaa

Click to read the business rules
  • Receive International Remittance via telebirr! Get Rewarded!

Receive International Remittance via telebirr until 30 September 2022 & get 10GB Internet Package Gift and 5% additional Incentive

We will draw a lottery, identify and award 10GB Internet Package and weekly reward for 50 winners who receive international remittance.

Customers can use the additional 5% incentive for any transaction.

Terms and condition will apply