Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin Daangeffamne

Kuufama moobaayilaa piriimiyeemi hin daangeffamnee

Tajaajila moobaayilaa piriimiyeemii hin daangeffamnee fayyadamaa, itti gammadaa!

Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Qarshii 300
  • Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Qarshii 999
  • Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 699
  • Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 1,399
  • Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 2,330
  • Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa

  • Tajaajila kana fayyadama (App) Maayi Itiyootel, telebirrii, Itiyoo gabataa (*999#) akkasumas giddu galeessota tajaajilaa keenyatti ni argattu.
  • Tajaajilli kuufama daataa maamiltoota dhuunfaa akkasumas dhaabbileef kan dhihaate dha.
  • Kuufamoota baay’ina hin daangeffamne qabaniif kuufama maamiltoota biroof qooduun hin danda’amu.
  • Kuufama sagalee hin daangeffamnee gara kuufama daataa hin daangeffamnee akkasumas kuufama faallaa isaatti jijjiiruun fayyadamuun ni danda’ama. Kun kan ta’u kuufama bittanii osoo hin fayyadamiin dura ta’uu qaba.
  • Maamiltoonni kuufama piriimiyeemii hin daangeffamne ofiisaaniif akkasumas firaafi michoota isaaniif kennaa erguufii ni danda’u.
  •  Yeroo tajaajilaa Lakkoofsa moobaayilaa maamiltootaa yeroo turtii kuufama bitanii kan caalu ykn wal qixa ta’uu qaba.
  • Danbii fi haalonni tajaajila kuufamaa duraanii raawwatamaa ni ta’u.
  • Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.