Kuufamoota MOOBAAYILAA

Kuufama Sagalee Moobaayilaa

Hedduu bilbilaa, xiqqaa kaffalaa! Kuufamicha karaa fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# bitadhaa.

Kuufama Daataa Moobaayilaa

Hedduu fayyadamaa, xiqqaa kaffalaa! Kuufamicha karaa fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# bitadhaa.

Kuufama Sagalee + Daataa Moobaayilaa

Kuufama sagalee + daataa moobaayilaa karaa fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# bitachuun bohaaraa.

Kuufama Ergaa Moobaayilaa

Fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# fayyadamuun bitadhaa.

Kuufama Piriimiyeemii Hin Daangeffamne

Hedduu fayyadamaa, xiqqaa kaffalaa! Kuufamicha karaa fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# bitadhaa.

Kuufama Fileeksii Moobaayilaa

Kuufama Fileeksii Moobaayilaa Fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# fayyadamuun bitadhaa.

Kuufama Barii

Kuufamicha Fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# fayyadamuun bitadhaa.

Kuufama Hiriyaa Fi Maatii

Garee hiriyaa fi maatii kan keessan uummachuun tajaajiloota telekoom waliif hiruuf fayyada.

Kuufama Jijjiiruu Fi Qooduu

Tajaajila kuufama hiruu fi jijjiiruu keenyaan bohaaraa!

Kuufama Ofii Uummachuu

Hanga daataa, sagalee fi ergaa feetan uumuun haala salphaan ittiin fayyadamuu dandeessu.

Kuufama Guyyaa ykn Saa’atii 1 Kan Hin Daangeffamne

Kuufamicha Fayyadama (App) Maayi Itiyootel ykn telebirrii akkasumas Itiyoo gabataa *999# fayyadamuun bitadhaa.

photo_2022-08-22_15-31-26

Kuufama Daq. 20 + GB 1 + Ergaa Guyyaa Dhalootaa 20 Bilisaan