Kuufama Moobaayilaa Kan Ji'aa Dhaabbiileef

Kuufama moobaayilaa gatii madaalawaan dhihaate fayyadamaa!

Kuufama Moobaayilaa Kan Ji’aa Dhaabbiileef​

Kuufamni moobaayilaa dhaabbileef dhihaatu tajaajila mijataa, salphaa, fi fayyadamtootaaf kuufama filannoo adda addaa qabudha. Kana malees, dhaabbileen tajaajila lakkoofsa herregaa adda addaa jalatti fayyadaman herrega tokkotti galchuun kaffaltii akka isaaniif mijatu gochuu ni danda’u.

Kuufama Sagalee

Ji'aa Garee
  • Daq. 100 + Ergaa Bilisaa 25/ Qarshii 25
  • Daq. 250 + Ergaa Bilisaa 50/ Qarshii 50
  • Daq. 600 + Ergaa Bilisaa 150/ Qarshii 100
  • Daq. 1000 + Ergaa Bilisaa 250/ Qarshii 150
  • Daq. 1500 + Ergaa Bilisaa 375/ Qarshii 200
  • Daq. 2000 + Ergaa Bilisaa 500/ Qarshii 250
  • Daq. 3000 + Ergaa Bilisaa 750/ Qarshii 300
  • Sagalee + Ergaa Hin Daangeffamne/ Qarshii 999
Haaraa

Kuufama Daataa

Ji'aa Garee
  • MB 500/ Qarshii 35
  • GB 1/ Qarshii 50
  • GB 2.5/ Qarshii 100
  • GB 5/ Qarshii 200
  • GB 10/ Qarshii 380
  • GB 15/ Qarshii 420
  • GB 20/ Qarshii 500
  • GB 30/ Qarshii 650
  • GB 50/ Qarshii 750
  • GB 100 + Ergaa Hin Daangeffamne/ Qarshii 849
  • GB150 + Ergaa Hin Daangeffamne/ Qarshii 889
  • Daataa Fi Ergaa Hin Daangeffamne/ Qarshii 999
Haaraa

Kuufama Ergaa

Ji'aa Garee
  • Ergaa 400 / Qarshii 15
  • Ergaa 1000 / Qarshii 30
  • Ergaa 2000/ Qarshii 50
  • Ergaa 5000/ Qarhii 100
Haaraa

Kuufama Sagalee + Daataa

Ji'aa Garee
  • MB 500 + Daq. 100 + Ergaa 25/ Qarshii 55
  • GB 1 + Daq. 250 + Ergaa 150/ Qarshii 100
  • GB 2.5 + Daq. 600 + Ergaa 300 / Qarshii 200
  • GB 2.5 + Daq. 1500 + Ergaa 400/ Qarshii 300
  • GB 5 + Daq. 2000 + Ergaa 400/ Qarshii 400
  • GB 10 + Daq. 1000 + Ergaa 500/ Qarshii 500
  • GB 20 + Daq. 2000 + Ergaa 500/ Qarshii 700
  • GB 30 + Daq.1500 + Ergaa 600/ Qarshii 800
  • GB 50 + Daq. 3000 + Ergaa 750/ Qarshii 1000
  • GB 100 + Daq. 5000+ 1Ergaa 250/ Qarshii 1200
Haaraa
  • Tajaajilli kun fayyadamtoota moobaayilaa dursanii kaffalan, kaffaltii boodaa fi walmakaa hundaaf networkii 2G/3G/4G fayyadamuun ni kennama.
  • Kuufamni kun giddu-gala tajaajila keenyaa irratti kan argaman yoo ta’u, yeroo tokko ykn dhaabbataadhaan bitamuu danda’u.
  • Dhaabbileen tajaajila hojjettoota isaaniif kennamu baay’inaan ykn dhuunfaan bitachuu ni danda’u.
  • Kuufamni hedduu ji’a ji’aan dhaabbileef kennamu namoota biroof qoodamuu hin danda’u; Haa ta’u malee miseensonni garee akkaawuntii dhuunfaa qaban qooddachuu danda’u.
  • Tajaajilli sagalee + ergaa barreeffamaa ji’a ji’aan hedduu fi kuufama daataa 500MB fi 2GB kan dabarfamuu danda’u yoo ta’u, kuufama daataa 30GB, 50GB, 100GB, 150GB fi daangaa hin qabne ammoo jijjiiruu hin dandeessu.
  • Kuufamni sagalee fi ergaa barreeffamaa heddumminaan kan itti fayyadaman Itiyoo telekoom irraa gara lakkoofsa mobaayila Itiyoo telekoom birootti bilbiluu fi ergaa erguuf qofa.
  • Kuufamni tokko guyyaan isaa osoo hin xumuramin dura yoo bitattan MB tokkoof saantima 9, daqiiqaa tokkoof saantima 40 fi ergaa barreeffamaa tokkoof saantima 0.12 isin irraa kaffalama.
  • Haalawwanii fi dambiiwwan tajaajila kuufama moobaayilaa jiran hundi raawwatiinsa ni qabaatu.
  • Gatiin hundi VAT %15 kan dabalatudha.
    • Tajaajila kana argachuuf giddu-gala tajaajilaa Itiyoo telekoom isinitti dhihoo jiru daawwadhaa!