Tajaajila maqaa marsariitii (DOMAIN NAME), Tajaajila odeeffannoo weeb sarvarii irra kaa’uu (WEB HOSTING)fi tajaajila emeelii (E-MAIL)

Tajaajiloonni kunneen namoonni dhuunfaa fi dhaabbileen walitti hidhiinsa hojii fi humna odeeffannoo waljijjiiruu gabbisuudhaan hojii si’achiisuuf ni gargaara.

Taarifii tajaajilamaqaa marsariitii

Country code 1st level .et domain name price per yearCountry code 2nd level domain name (.com.et, .net.et, .oprg.et, .edu.et, .tv.et, etc.)
Birr 1,375 or 120 USDBirr 550 or 100 USD

Subscribe for more than a year & enjoy our progressive discount!

Year 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10
% discounted for advanced payment 0 5% 7% 9% 10% 10% 10% 10% 10% 10%

.et (ccTLD – country code top level domain)
Birr 1,375 2,613 3,836 5,005 6,188 7,425 8,663 9,900 11,138 12,375
USD 120 228 335 437 540 648 864 972 1,080
. com.et, .net.et, .org.et, .edu.et, .tv.et, etc. ... Birr 550 1,045 1,535 2,0022,475 2,970 3,465 3,960 4,455 4,950
USD 100 190 279 364 450 540 630 720 810 900

Kafaltii waggaa maqaalee koodii biyyaalessaa sadarkaa tokkoffaa (.ET)n xumuranii

Tajaajila odeeffannoo marsariitii irra kaa’uu (Web hosting)

Gosa tajaajilaa maamilli tokko waa’ee tajaajila karaa weebii odeeffannoo idil addunyaa kennamuu ykn waa’ee oomishasaa beeksisuuf odeeffannoo qopheesse sarvarii Itiyoo Telekoomiirra kaa’uuf kan dandeessisudha. Odeeffannoo kaa’ame kana namni addunyaa  irra bakka kamiyyuu jiraatu yeroo barbaade ilaaluu fi fayyadamuu ni dandeessisa. Tajaajilli kun bifa sadiin dhihaateera. Sheerdi hoostiingi (shared hosting), Verchuwaal piraayiveet sarvar hoostiingi  (Virtual Private Server Hosting) fi Dedikeetd hoostiingi (Dedicated Hosting) jedhamu.

Sheerdi Hoostiingi (shared hosting)

Gosa tajaajilaa weebsaayitoonni addaddaa sarvarii tokkorra kaa’aman yoo ta’u, akkaawuntoonni kunneen galteewwan qaban (siipiiyuu, meemorii fi humna diiskii) waliin fayyadamu

Tarreeffama Qarqabbii sheerdi Hoostiingii (shared hosting)

Biroonzii

Qarqaba weeb hoostiingii
ETB 650
  • Kuusaa Odeeffannoo giigaa baayitii 5
  • Baandwiidzii giigaa baayitii 50
  • Daataabeezii MySQL 1
  • Teessoowwan emeelii 5
  • Maqaa marsariitii gosoota qarqabaa hundaaf waggaa tokkoof tajaajilu
  • Maqaalee marsariitii xiqqaa 5
  • Esi esi ellii tolaa (SSL)
  • marsariitii 1

Siilvarii

Qarqaba weeb hoostiingii
ETB 2,000
  • Kuusaa Odeeffannoo giigaa baayitii 20
  • Kuusaa Odeeffannoo giigaa baayitii 20
  • Daataa beezota MySQL 3
  • Teessoowwan emeelii 10
  • Maqaa websaayitii bilisaa1
  • Maqaalee marsariitii xiqqaa 10
  • Esi esi ellii tolaa (SSL)
  • Weebhoostiingii 3

Gooldii

Qarqaba weeb hoostiingii
ETB 3,800
  • Kuusaa Odeeffannoo giigaa baayitii 50
  • Baandwiidzii hin daangeffamne
  • Daataa beezota MySQL 5
  • Teessoowwan emeelii 25
  • Maqaa marsariitii bilisaa1
  • Maqaalee marsariitii xiqqaa 15
  • Esi esi ellii tolaa (SSL)
  • Weebhoostiingii 5

Pilaatiiniyeemii

Qarqaba weeb hoostiingii
ETB 5,200
  • Kuusaa Odeeffannoo giigaa baayitii 100
  • Baandwiidzii hin daangeffamne
  • Daataa beeziiwwan MySQL 10
  • Teessoowwan emeelii 90
  • Maqaa websaayitii bilisaa1
  • Maqaalee marsariitii xiqqaa daangaa malee
  • Esi esi ellii tolaa (SSL)
  • Weebhoostiingii 10

Verchuwaal Piraayiveet Sarvar Hoostiingi (VPSH)

Verchuwaal Piraayiveet Sarvar Hoostiingi (VPSH)

Tajaajilli kun humna sarvarii tokko maamiltoota hoostiingii addaddaaf dhaabbataan qoqqoodee tajaajila kennisiisuuf kan gargaarudha. Akkaawuntiin kunneen galteewwan jiran (siipiiyuu, miimorii fi humna diiskii) irraa ga’ee dhuunfaa murtaa’aa ni qabaatu.

Qarqaboota tajaajila varchuwaal piraayiveet sarvar hoostiingi

Siilvarii

Kuufama
ETB 6,400
  • Raamii giigaa baayitii 2
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 30
  • Kuusaa odeeffannoo baandiwiidzii hin daangeffamne
  • Maqaa weebsaaayitii tolaa waggaa tokkoof tajaajilu
  • Ruut aksas
  • Sekuriitii

Qarqaba vii pii esi (VPS) gooldii

Kuufama
ETB 10,379
  • Raamii giigaa baayitii 4
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 50
  • Baandiwiidzii hin daangeffamne
  • Maqaa weebsaayitii tolaa 1
  • Ruut aksas
  • Sekuriitii

pilaatiiniyeemii VPS

Kuufama
ETB 15,845
  • Raamii giigaa baayitii 8
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 100
  • Baandiwiidzii hin daangeffamne
  • Maqaa weebsaayitii tolaa 1
  • Ruut aksas
  • Sekuriitii

Deedikeeted Hoostiingi

Deedikeeted Hoostiingi (Dedicated Hosting)

Sarvariin tajaajila kanaaf kireeffattan isin qofaaf kan tajaajilu yoo ta’u, weebsaayitiin keessummeeffamu kan keessan qofaadha. Kanaaf Ruutii guutuu akkasumas Admiin aksas ni qabaattu. Humna sarvarichaa guutuutti ni fayyadamtu.

Qarqaboota Deedikeeted Hoostiingii

Piriimiyeemii

Qarqaboota Deedikeeted Hoostiingii
ETB 65,324
  • Raamii giigaa baayitii 16
  • Siipiiyuu 8 koor giigaa herzii 1.70
  • Kuusaa teeraa baayitii 2
  • Daataa hin daangeffamne dabarsuu
  • Maqaa marsariitii tolaa 1
  • Teessoowwan ayipii 6

Piriimiyeem pilaasii

Deedikeeted Hoostiingi (Dedicated Hosting)
ETB 80,105
  • Giigaa baayitii 2*16
  • Siipiiyuu 8 koor giigaa herzii 1.70
  • Kuusaa teeraa baayitii 2
  • Daataa hin daangeffamne dabarsuu
  • Maqaa weebsaayitii tolaa 1
  • Teessoowwan ayipii 6

Tajaajila Emeelii

Tajaajila Emeelii

Tajaajilli kun maqaa dhaabbata keessanii maamiltoota keessaniif salphaatti beeksisuu fi wal jijjiirraa odeeffannoo maamiltoota keessan waliin qabda karaa qindaa’een qabachuuf akkasumas odeeffannoo keessan iddoo isinii mijatee salphaatti fayyadamuuf isin gargaara. Maqaa weebsaayitii amma itti fayyadamtan waliin wal qabsiisuun ykn tajaajila weebsaayitii haaraa bituun teessoo Emeelii uummachuu ni dandeessu.

Maamiltoonni dhuunfaa kafaltii waggaa tokkoo birrii 60n teessoo emeelii maqaa doomeeyinii dhaabbata keenyaa jalatti kuusaa odeeffannoo humna meegaa baayitii 500 qabu  argachuu ni danda’u. Teessoowwan dabalataa wayita barbaaddan tokkoo tokkoo isaaniif birrii 70 isin kafalchiisa.

 

Qarqaboota Tajaajila Emeelii

Biroonzii

Qarqaba emeelii
ETB 1,300
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 20
  • Maqaa weebsaayitii tolaa waggaa tokkoof tajaajilu 1
  • Teessoowwan emeelii 20
  • Adda baaftuu Spoomoochiin
  • Ittiftuu Kaspoom fi vaayirasii

Siilvarii

Qarqaba emeelii
ETB 2,250
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii50
  • Maqaa weebsaayitii tolaa waggaa tokkoof tajaajilu 1
  • Teessoowwan emeelii 50
  • Adda baaftuu Spoomoochiin
  • Ittiftuu Kaspoom fi vaayirasii

Gooldii

Qarqaba emeelii
ETB 9,000
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 250
  • Maqaa weebsaayitii tolaa waggaa tokkoof tajaajilu 1
  • Teessoowwan emeelii 300
  • Adda baaftuu Spoomoochiin
  • Ittiftuu Kaspoom fi vaayirasii

pilaatiiniyeemii

Qarqaba emeelii
ETB 17,500
  • Kuusaa odeeffannoo giigaa baayitii 500
  • Maqaa weebsaayitii tolaa waggaa tokkoof tajaajilu 1
  • Teessoowwan emeelii 700
  • Adda baaftuu Spoomoochiin
  • Ittiftuu Kaspoom fi vaayirasii

Odeeffannoo yayyadoo

Akkaataa Kafaltii,

  • Danbii fi qajeelfamoota Itiyoo hoostiing poortaal irratti tarreeffaman hojiirra oolchuu qabu. (link
  • Tajaajila barbaadan bakka jiranitti poortaalichatti fayyadamuun erga filattanii booda tajaajila argachuuf jalqaba kafaltii raawwachuu qabdu.
  • Qarqaboota waggaa tokkoo ol ta’an amma hin bitannetti, tajaajila kan argattan waggaa tokkoof qofa ta’a, waggaan yemmuu xumuramu kafaltii waggaa itti aanuu xumuruu qabdu.
  • Tajaajila kana yeroo eegdanii yoo hin haaromsine (kafaltii waggaa haaraa yoo hin xumurre) tajaajillii addaan isin duraa cita.
  • Yeroon tajaajilichaa osooisin duraa hinxumuramiin isin beeksifina.
  • Maamiltoonni tajaajila kana argachuuf tartiiba gaafataniin keessummeeffamu.
  • Tajaajila argachuuf gaaffii keessan teessoo kanaan gaafadhaa.፡

Kafaluuf

  1. Gaaffii keessan  karaa teessoo keenyaa hoostiingo poortaalii irratti wayita xuxurtan naga’een hinkafalamne  baay’ina birrii qabu isin bira qaqqaba.
  2. Damee baankii daldala Itiyoophiyaa dhiheenya keessanitti argamu dhaqaa.
  3. Baay’ina birrii naga’ee irratti eerame  “order number” isa jedhu akkaataa sababa kafaltiin fayyadamuun kafalaa.
  4. Birriin kafaltu yoo ta’e lakkoofsa akkaawuntii baankii keenyaa 8888 fayyadamaa.

Doolaara Ameerikaan kafaltu yoo ta’e akkaawuntii keenya  PayPal fayyadamaa

Poortaaliirratti kan argamu “contact us”  isa jedhuun seenaatii odeeffannoo dabalataa argadhaa ykn   e-meelii ergaa