Hojjettoota dhaabbata keessaniif tajaajila bareeffachuu waamicha sagalee moobaayilii bituun maamiltoonni keessan gara hojjettoota dhaabbata keessaniitti wayita bilbilan faarfannaa dhaabbata keessanii, ergaa ykn muuziqaa barbaaddan akka dhaggeeffatan taasisa.