Istaandaardii Viiziiter Pilaan (Daawwattoota idilee)
Stay Connected With Our Special Packages
- Seamless Communication
- Warm Welcome
- Smooth Stay
Kafaltii Qarqabaa
TORBANII
10
$/€
-
Daataa GB 30
-
Bilbila - Net hunda Daq. 300
-
SMS - Net hunda 300
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 100
TORBAN LAMAAN
20
$/€
-
Daataa GB 60
-
Bilbila - Net hunda Daq. 300
-
SMS - Net hunda 300
-
Sagalee addunyaalessaa Daq.30
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 300
JI'AAN
40
$/€
-
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne
-
Bilbila - Net hunda hin daangeffamne
-
SMS - Net hunda hin daangeffamne
-
Sagalee addunyaalessaa Daq.90
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 500
Kan Hin Daangeffamne
7 Days
5
$ / €
15 Days
10
$ / €
30 Days
15
$ / €
Hubachiisa: -
Gatiin hundi gibira kan of keessatti qabatanidha
Danbii fi haaldureewwan armaan dubbisaa
- Daawwattoonni Viizaa ykn paaspoortii isaanii jalteessa (copy) gochuun qarqaba bitachuu ni danda’u.
- Tajaajila kana bitachuu kan danda’an doolaaraan qofa.
- Siim kaardii durii kafaltii duraa, kafaltii boodaa ykn hayibiriidiin tajaajila kana bitachuu ni dandeessu.
- Qarqaba bitattan irraa amma isin hafe beekuuf gara *804# tti bilbilaa.
- Filmaata dhihaate keessaa siim kaardii tokkoon yeroo tokkotti qarqaba baay’ee bitachuu filatanii bitachuu ni dandeessu.
- Qarqabni dabalata fi kennaan argattan yoo jiraate dursa akka itti fayyadamtan kan taasifamu yoo ta’u, itti aansuun qarqabni yeroon xiqqoo hafeef yoo jiraate yeroo itti aanu akka itti fayyadamtan ni taasifama.
- Qarqaba bitattan itti fayyadamtanii yoo xumurtan taarifa idileetiin fayyadamuu ni dandeessu.
- Moobaayilii yemmuu guuttan yeroon tajaajilaa siim kaardii isiniif dheerata.
- Qarqabni bitattan hojiirra kan oolan neetwoorkii Itiyoo Telekoomii kan fayyadamtan yoo ta’e qofaadha.
- Bilbillii fi ergaan barreeffamaa gabaabaan gara zoonota addaatti taasifaman wayit saatalaayitii fi lakkoofsota addaa fayyadamtan gatii tajaajila idileetiin kafaltu.
Daqiiqaan sagalee biyyoota addunyaa armaan gadiif kan hojjetudha!
| Lakkoofsa | Biyya |
|---|---|
| 1 | Afganiistaan |
| 2 | Albeeniyaa |
| 3 | Samoaa Ameerikaa |
| 4 | Andoraa |
| 5 | Angoolaa |
| 6 | Antiguwaa / Baarbuudaa |
| 7 | Arjentiinaa |
| 8 | Armeeniyaa |
| 9 | Awustiraaliyaa / Odoola Kokos-Kiiling |
| 10 | Awuustiriyaa |
| 11 | Azerbaajaan |
| 12 | Bahaamaas |
| 13 | Baahireen |
| 14 | Baanglaadeesh |
| 15 | Baarbeedos |
| 16 | Belaaruus |
| 17 | Beljiyeem |
| 18 | Beniin |
| 19 | Bermuudaa |
| 20 | Buutaan |
| 21 | Booliiviyyaa |
| 22 | Boosniyaa fi Herzegoviinaa |
| 23 | Botswaanaa |
| 24 | Biraaziil |
| 25 | Odoola Varjin Briteen |
| 26 | Biruuney |
| 27 | Bulgaariyaa |
| 28 | Burkinaa Faasoo |
| 29 | Buruundii |
| 30 | Kamboodiyaa |
| 31 | Kaameeruun |
| 32 | Odoola Keep Veerdee |
| 33 | Odoola Kaaymaan |
| 34 | Rippabiliika Afrikaa Giddugaleessaa |
| 35 | Chaad |
| 36 | Chiilii / Odoola Iister |
| 37 | Chaayinaa (PRC) |
| 38 | Kooloombiyaa |
| 39 | Komoroos / Odoola Maayoote |
| 40 | Kongoo |
| 41 | Kongoo |
| 42 | Koostaa Riikaa |
| 43 | Koot Di’ivaar |
| 44 | Kirooshiyaa |
| 45 | Kuraasaawoo / Antiliis Nezerlaand |
| 46 | Saaypiras |
| 47 | Rippabiliika Cheek |
| 48 | Rippabiliika Dimookiraatawaa (Zayir duraanii) |
| 49 | Deenmaark |
| 50 | Jibuutii |
| 51 | Dominiikaa |
| 52 | Rippabiliika Dominiikaan |
| 53 | Ikuwaadoor |
| 54 | Ijiipti |
| 55 | El Salvaadoor |
| 56 | Ikuwaatoriyaal Giinii |
| 57 | Ertiraa |
| 58 | Istooniyaa |
| 59 | Odoola Faaro |
| 60 | Finlaand |
| 61 | Firaansi |
| 62 | Antiliis Firaansi / Maartiniik |
| 63 | Giyaanaa Firaansi |
| 64 | Gaaboon |
| 65 | Gaambiyaa |
| 66 | Joorjiyaa |
| 67 | Jarmanii |
| 68 | Gaanaa |
| 69 | Jibraaltar |
| 70 | Giriik |
| 71 | Giriinlaand |
| 72 | Gwaadeluup |
| 73 | Gwaatemaalaa |
| 74 | Ginii |
| 75 | Guyaanaa |
| 76 | Honduraas |
| 77 | Hong Kong |
| 78 | Hangaarii |
| 79 | Aayislaand |
| 80 | Indiyaa |
| 81 | Indooneeshiyaa |
| 82 | Iraan |
| 83 | Iraaq |
| 84 | Aayarlaand |
| 85 | Israa’el |
| 86 | Italiyaa / Vaatikaan Roomaaniyaa |
| 87 | Jamaayikaa |
| 88 | Jaappaan |
| 89 | Jordaan |
| 90 | Keeniyaa |
| 91 | Kooriyaa Kibbaa |
| 92 | Kuweet |
| 93 | Kirgizistaan |
| 94 | Laawos |
| 95 | Laatviyaa |
| 96 | Lebaanoon |
| 97 | Lesoothoo |
| 98 | Laayibeeriyaa |
| 99 | Liibiyaa |
| 100 | Likteensteyn |
| 101 | Liituweeniyaa |
| 102 | Laksembarg |
| 103 | Malaawii |
| 104 | Maleeshiyaa |
| 105 | Maalii |
| 106 | Maaltaa |
| 107 | Mooriishiyas |
| 108 | Meksikoo |
| 109 | Moldovaa |
| 110 | Monakoo |
| 111 | Mongooliyaa |
| 112 | Moorokkoo |
| 113 | Mozaambiik |
| 114 | Myaanmaar |
| 115 | Naamiibiyaa |
| 116 | Neppaal |
| 117 | Nezerlaand |
| 118 | Niiw Ziilaand |
| 119 | Naayijer |
| 120 | Naayijeeriyaa |
| 121 | Noorwey |
| 122 | Omaan |
| 123 | Paakistaan |
| 124 | Lafti Falasxiin |
| 125 | Panaamaa |
| 126 | Paraguwaay |
| 127 | Peeruu |
| 128 | Filippiins |
| 129 | Polaand |
| 130 | Poortugaal |
| 131 | Pooerto Riikoo |
| 132 | Kaataar |
| 133 | Ruusiyaa / Kaazaakistaan |
| 134 | Ruwaandaa |
| 135 | Samoaa |
| 136 | Saan Mariinoo |
| 137 | Sao Tomee fi Piriinsiip |
| 138 | Saa’udii Arabiyaa |
| 139 | Seneegaal |
| 140 | Serbiyaa |
| 141 | Seerra Liyoon |
| 142 | Singaapoor |
| 143 | Rippabiliika Slovak |
| 144 | Sloveeniyaa |
| 145 | Somaaliyaa |
| 146 | Afrikaa Kibbaa |
| 147 | Sudaan Kibbaa |
| 148 | Ispeen |
| 149 | Srii Laankaa |
| 150 | Saint Luusiyaa |
| 151 | Saint Piyer fi Mikelon |
| 152 | Sudaan |
| 153 | Eswaatiinii |
| 154 | Siwiidin |
| 155 | Siwiizarlaand |
| 156 | Siiriyaa |
| 157 | Taaywaan |
| 158 | Taajikistaan |
| 159 | Taanzaaniyaa |
| 160 | Taayilaand |
| 161 | Togoo |
| 162 | Trinidaad fi Tobaagoo |
| 163 | Tarki |
| 164 | Odoola Tarks fi Kaayikos |
| 165 | Ugaandaa |
| 166 | Yuukireen |
| 167 | Imaaraata Arabaa Tokkummaa |
| 168 | Mootummaa Gamtoomaa |
| 169 | Ameerikaa / Kanaadaa |
| 170 | Uruuguwaay |
| 171 | Odoola Varjin Ameerikaa |
| 172 | Uzbeekistaan |
| 173 | Venezuweelaa |
| 174 | Viyeetnaam |
| 175 | Yaman |
| 176 | Zaambiyaa |
| 177 | Zimbaabuwee |