Tajaajila bilbila idilee Qarqaba bilbilaa idilee

Enhance your productivity and with our Fixed Voice Packages
Qarqaba 1
50 Birr
  • Bilbila idileerraa gara idileetti,magaalaarraa gara magaalaatti daqiiqaa 300
  • Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaa keessa daqiiqaa 400
  • Bilbila idileerraa gara moobaayiliitti daqiiqaa 100
  •  
Haaraa
Qarqaba 2
100 Birr
  • Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaarraa gara magaalaatti daqiiqaa 400
  • Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaa keessa daqiiqaa 1200
  • Bilbila idileerraa gara moobaayiliitti daqiiqaa 300
  •  
Haaraa
Qarqaba 3
150 Birr
  • Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaarraa gara magaalaatti daqiiqaa 550
  • Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaa keessa daqiiqaa 1600
  • Bilbila idileerraa gara moobaayiliitti daqiiqaa 500
  •  
Haaraa
Qarqaba 4
250 Birr
  • Waamicha hin daangeffamne Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaarraa gara magaalaatt
  • Waamicha hin daangeffamne Bilbila idileerraa gara idileetti, magaalaa keessa
  • Bilbila idileerraa gara moobaayiliitti daqiiqaa 1000
  •  
Haaraa

Galmaa’uuf gara jiddu galeessa gurgurtaa Itiyoo Telekoom dhiheenya keessanitti argamu dhaqa!

  • Maamiltoota dhaabbataa duraanii fi haaraa tajaajila bilbila idilee kafaltii duraa, kafaltii boodaa, abbaa shiboo (PSTN) fi shiboo malee (CDMA) fayyadamaniif kan dhihaatedha.
  • Tajaajila kana argachuuf yeroo kamiyyuu galmaa’uun kan danda’amu yoo ta’u, qarqabni bitame battalatti gadi lakkifama. Haata’u malee maamiltoonni baatii tokko osoo hin guutiin jidduutti bitu yoo ta’e  guyyoonni amma guyyaa xumura baatiitti jiran erragamanii baay’inna qarqabaa argamuun tajaajilli kan dhihaatu yoo ta’u, erraga guutuu fi qarqaba baatii itti aanuu eegalee argachuu ni danda’u.
  • Maamiltoonni kafaltii duraa tajaajila kanaaf wayita galmaa’an erraga ga’aa qabaachuun kan irraa eegamu yoo ta’u, maamiltoonni kafaltii boodaa xumura baatiirratti erragaa isaanii kan baatii waliin ida’amaaf.
  • Qarqabni kun waamicha idil addunyaa fi lakkoofsota gabaabaaf hin tajaajilu.
  • Maamiltoonni tajaajilli kun addaan akka citu amma hingaafannetti, al tokko galmooftanii baatii baatiin tajaajilichi ni dhihaata.
  • Maamiltoonni gosoota qarqabaa addaddaaf galmaa’uu ni danda’u.
  • Qarqaba isin hafu karaa Itiyoo gabataa fi *804* lakkoofsa bilbila idilee/lakkoofsa iccitii # tti bilbiluun beekuun ni danda’ama.
  • Qarqabaan al ni bilbiltu yoo ta’e taarifa sarara bilbila idilee duraarraa kafaltu.
  • 65Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.

Tajaajila bilbila idilee Tajaajila bilbila idilee

Bilbilli idilee tajaajila bilbilaa abbaa shiboo fi shiboo malee yoo ta’u, tajaajila sagalee fi faaksiif ni tajaajila. Bilbilli idilee iddoon kan daangeffame yoo ta’u, irra caalaa tajaajila mana jireenyaafi biiroof oola. Tajaajilli kun baay’ee amansiisaa fi gatiinsaas rakasa waan ta’eef filatamaadha.

Ilbilli kun bilbila manaa ykn bilbila abbaa shiboo jedhamuun kan beekamu yoo ta’u, mana jireenyaa fi biirootti kan daangeffamedha. Tajaajila sagalee, faaksii fi intarneetiif oola.

Tarminaalaa idilee shiboo malee fi bilbilatti fayyadamuun tajaajila kan kennu yoo ta’u, bilbila idilee abbaa shiboo bakka bu’uun tajaajila sagalee kenna.

TARIFFS

Type of FeePrice
Connection fee for Fixed Wired (Prepaid & Postpaid)280 Birr
Connection fee for Fixed Wireless (Prepaid & Postpaid)85 Birr
Monthly fee9 Birr
Charging System Peak Hour Tariff in BirrOff-Peak Hour Tariff in Birr
Within town 0.23 per 6 Minute0.23 6 per 6 Minute
Across town 0.46 per Minute0.29 Per Minute

International Usage Tariff

Zones ContinentCharge in Birr
Zone 1Africa,9.36
Zone 2Asia & Middle East7.5
Zone 3Europe7.19
Zone 4North America7.19
Zone 5South America7.36
Zone 6Oceania8.95