Yeroo qilleensaa moobaayilaa Tajaajila Kuufama Kireediitii

  • Mobile Airtime Credit Service (ACS)

Mobile Airtime Credit Service is a solution that enables our prepaid mobile customers to top up mobile airtime on credit basis, anytime and anywhere.

  • Mobile Package Credit Service

This is a solution that helps our prepaid mobile customers to easily buy mobile Voice or Data Packages on credit basis, anytime and anywhere.

  • Herregni isin hafe yeroo xiqqaa tau.
  • Moobaayilii guuttachuuf dhiheenya keessanitti yoo hinargamne ykn yeroof maallaqa yoo harkaa hin qabaanne.

Maamiltoota tajaajila moobaayilii guuttachuu fi liqaa qarqabaa fayyadamuu danda’an,

  • Maamiltoota tajaajila moobaayilii kafaltii duraa tajaajilli isaa itti hin darbine.
  • Lakkoofsi tajaajilaa kan addaan hin cinne ykn sababa addaddaan kan hin cufamne.
  • Liqii kanaan dura fudhatan guutummaatti kan kafalan.
  • Maamiltoota Itiyoo Telekoomii waliin maamiltummaan baatii sadiif turan fi yoo xiqqaate baatii tookotti kaardii abbaa 15 kan guutan.
  • Active prepaid  mobile service customers,
  • Customers whose service number is not barred, blacklisted, or suspended,
  • Customers who have fully paid their previous airtime credit.
  • All prepaid mobile customers who have been on Ethio telecom network for at least three months with a minimum airtime recharge history of 15 birr per month.

Tajaajilaa Liqii Kuufama Moobaayilaa

Daily Voice/SMS Package

  • 14 Min +3 SMS +14 Min night package bonus /3 Birr
  • 25 Min + 5 SMS +25 Min night package bonus /5Birr
  • 60 Min +10 SMS +60 Min night package bonus/12Birr

Weekly Voice/SMS Package

  • 80 Min +15 SMS +80 Min night package bonus /22Birr
  • 110Min +20 SMS +110 Min night package bonus /30Birr

Monthly Voice/Data/SMS Package

  • 140 Min+35 SMS+140 Min Weekly night package bonus /50Birr
  • 400Min+1GB +95 SMS+400 Min Weekly night package bonus /130Birr

Daily Data Package

  • 50 MB + 50 MB night bonus /3Birr
  • 100 MB + 100 MB night bonus /5Birr
  • 280 MB + 280 MB night bonus /14Birr

Weekly Data Package

  • 700 MB /45Birr
  • 1 GB /59Birr

Monthly Data Package

  • 1 GB /60Birr
  • 2 GB /120Birr

Eligibility Criteria for the Credit-On-Credit Service

Cumulative 30-Day Top-Ups

Advance AmountFirst CreditSecond CreditMinimum Duration
3 Birr10 Birr15 Birr3 Months
5 Birr15 Birr50 Birr3 Months
10 Birr25 Birr75 Birr3 Months
15 Birr50 Birr150 Birr3 Months
25 Birr125 Birr250 Birr3 Months
50 Birr300 Birr600 Birr3 Months
100 Birr600 Birr1200 Birr3 Months

Haalota tajaajila Liqii qarqaba moobaayiliitti fayyadamaa ta’uuf dandeessisan

Minimum Subscription Duration Minimum Average Monthly Recharge
Eligible Packages
DATA (MB)
VOICE (MIN)

At least 3 months
>= 15 75 20
>= 25 75 or 200 20 or 45
>= 60 75, 200 or 600 20, 45 or 70
>= 100
75, 200, 600 or 1GB (Weekly)
20, 45, 70 or 130
>= 200 75, 200,600, 1GB (Weekly or Monthly) 20, 45, 70,130 or 185
>= 400 75, 200, 600, 1GB (Weekly/Monthly) or 2GB 20,45,70,130,185 or 375

Gaaffiiwwan Irra Deddeebi’anii Kaafaman

  • Liqii moobaayilii jechuun fayyadamtoonni tajaajila moobaayilii kafaltii duraa yeroo kamiyyuu eessayyuu ta’anii liqiin moobaayilii akka guuttanan kan dandeessisudha.

Tajaajila kana argachuuf filaatota armaan gadiitti fayyadamaa

  • Kuufama moobaayilii liqiin barbaaddan argachuuf A, L, ykn C barreessaatii gara 810tti ergaa gabaabaa barreessaa. Itti aansuun qarqaba moobaayilii liqii barbaaddan argachuuf tartiiba jiru hordofaa.

Lakkoofsa gabaabaan gara *810# tti bilbilaatii qarqaba liqii barbaadamu argachuuf ajaja itti aanee dhufu hordofaa

  • Moobaayilii guuttachuu fi
  • Tajaajiloota qarqabaa liqii argachuu ni dandeessu

  • Eeyyee, Moobaayilii guuttattan irraa kan hafe qofa dabarsuu ni dandeessu.

  • Tajaajilli liqii qarqabaa maamiltoonni moobaayilii kafaltii duraa qarqaboota sagalee ykn deetaa yeroo kamii fi iddoo kamittuu akka salphaatti liqiin akka bitatan kan dandeessisudha.

  • Maamiltoonni moobaayilii kafaltii duraa yoo xinnaate neetwoorkii Itiyoo Telekoomiirra baatii sadiif kan turan akkasumas baatii baatiin yoo xinnaate kaardii moobaayilii abbaa birrii 15 kan guutan.
  • Maamila tajaajila moobaayilii kafaltii duraa tajaajillisaa addaan hin cinne ta’uu.
  • Lakkoofsa moobaayilii sababa xinnaachuu yeroo tajaajilaa irraa kan ka’e addaan cite,balleessaan kan galmaa’e, ykn yeroon tajaajilaa itti darbe tajaajila liqii argachuun hin danda’amu.
  • Liqii kanaan dura fudhatan guutummaatti kafaluu.

  • Gara *810# tti bilbilaa ykn ergaa barreeffamaa gabaabaan A, L, C jedhaatii gara 810tti ergaa.
  • Gargaarsa argachuuf tarreeffama dhufu keessaa lakkoofsa 5 fayyadamaa.
  • Tajaajila argachuu akka dandeessan mirkaneeffachuuf lakkoofsa 1 galchaa.
  • Achii boda ergaan isin qaqqaba.

  • Yeroo itti aanu moobaayilii yemmuu guuttan ykn maamiltoonni biroo moobaayilii wayita isiniif guutan birriinkafaluu qabdan akka citu taasifama. Maallaqni guutame liqii deebisuuf ga’aa yoo hin taane liqiin keessan guutummaatti amma deebi’utti itti aansuun kan guutta irraa ni hir’ifama.

  • Appilikeeshinii moobaayilii Teeleebirrii Fayyadamuun- fayyadamaa appilikeeshinii moobaayilii Teeleebirrii yoo taatan sa’aatii qilleensaa/bittaa qarqabaaf kan oolu liqii birrii 1 amma 250 argachuu ni dandeessu. Odeeffannoo dabalataaf maaloo  https://www.ethiotelecom.et/telebirr/buy-airtime/ seenaa.
  • Lakkoofsa gabaabaan - Gara *810# tti bilbiluun qajeelfamoota hordofaa ykn.
  • Ergaa barreeffamaa gabaabaan-  - A, L,  ykn C jedhaatii gara  810 tti ergaa barreeffamaa erguun qajeelamoota hordofaa.

Moobaayilii itti aanu wayita guuttan ykn qaama sadaffaarraa moobaayiliin wayita isiniif ergamu kafaltii tajaajilaa %10 kafaltu

  • Lakkoofsa gabaabaan - Gara *810# tti bilbilaa --> gargaarsaaf lakkoofsa 5 filadhaa, erraga isinirratti hafu mirkaneessuuf lakkoofsa 2 galchaa. Ykn,
  • Ergaa barreeffmaa gabaabaan - A, L, ykn  C jedhaatii gara 810 tti ergaa. Gargaarsaaf lakkoofsa 5 filadhaa,  --> liqii isinirratti hafu mirkaneeffachuuf lakkoofsa 2 fayyadamaa.

  • Hin dandeessan, jalqaba liqii isinirra jiru guutummaatti  kafaltanii xumuruu qabdu.