Gabaasa raawwii hojii bara bajataa 2015 kan baatii jahaa jalqabaa
Gabaasni kun akka lakkoofsa Awurooppaatti yeroo raawwii Amajjii 1/2022 amma Mudde 31/202tti jirudha Bu’urri misoomaa
Gabaasni kun akka lakkoofsa Awurooppaatti yeroo raawwii Amajjii 1/2022 amma Mudde 31/202tti jirudha Bu’urri misoomaa
Mul’ataa fi ergama akkasumas agarsiiftuu (LEAD) tarsiimoo guddinaa waggaa sadii (LEAD) irratti akka kaa’ametti tajajila konneektiviitiin ala (Beyond Connectivity) tajaajila dijitaalaa dhiheessuun dursa fudhachuun sochii maamiltootaa guyya guyyaa ammayyeessuu fi cimsuuf bal’inaan hojjechaa kan jiru yoo ta’u, kanaafis pirojektii ‘Ismaart Siitii’ Adaamaa hojiirra oolchuuf sanadni waliigaltee bulchiinsa magaalaa Adaamaa waliin har’aa mallatteeffame agarsiiftuu tokko dha.
Mul’ata Itiyoophiyaa dijitaalaa dhugoomsuu fi waggoota 128 wayita wliin turretti akkuma gochaa turre ummanni keenya tajaajila teekinooloojii addunyaan irra ga’e akka qooddatu gochuuf tajaajila neetwoorkii dhaloota 5ffaa isa dhumaa (5G) har’a Onkoloolessa 23 bara 2015 magaalaa Adaamaatti sadarkaa yaaliitti jalqabsiisuu keenya gammachuun ibsina.
Share this on:
By continuing to use this website, you consent to the use of cookies in accordance with our Cookie Policy.
Accept