Dhalootaa Kuufama
Dhiyeessiin kun guyyaa dhaloota maamila keenya kabajamaa kabajuuf kan qophaa’e yoo ta’u, guyyaa dhaloota isaaniitti paakeejii kennaa bilisaa ergaa hawwii gaarii fi karoora paakeejii %20 hir’ifame waliin dhiyeessuun kan qophaa’edha. Kana malees maamiltoonni Paakeejii Guyyaa Dhalootaa Kennaa bitatanii jaalallee isaanii guyyaa dhaloota isaanii kabajaniif erguu ni danda’u.
Karoora Kuufama Guyyaa Dhalootaa Bilisaan
|
Package Offer |
Price |
Validity |
|
1 GB + 20 Min + 20 SMS |
Free |
24 Hours |
Note
- Ethio telecom will notify the free birthday best wish plan via SMS during the customer’s birthdate.
- The offer will be recurred once in every year.
- The free Birthday Package will send as per the registered customers date of birth.
- If customers date of birthday not registered on the system, they will be notified via SMS.
Pilaanii Guyyaa dhalootaa Hir'ifama %20
Qar.27
- Daq. 133
- 25 SMS
- Kuufama bilisaa halkanii 133
Yaadannoo
- Qarqaboonni torbanii kafaltii qarqaba idilee irraa hir’ifamni % 20 taasifameeraaf .
- Tajaajila kanaaf galmaa’uuf waggaatti al tokko guyyoota walitti aanan 3f qofa kan dhihaatedha.
Karoora Kuufama Guyyaa Dhalootaa Bilisaan
Guyyaan
| Packages | Prices |
|---|---|
| 20Min+220MB | 15 Birr |
Torbaniin
| Packages | Prices |
|---|---|
| 1GB | 55 Birr |
| 120Min | 30 Birr |
| 144Min+700MB | 85 Birr |
Ji'aan
| Packages | Prices |
|---|---|
| 350Min+2GB | 235 Birr |
- Rejoice your loved ones by sending them Gift Birthday package on their special Birthday Day and their receiver customer received an offer along with a birthday best wish notification.
Danbii fi Haaldureewwan
- Lakkofsonni moobaayilii 4G kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidii hundi fayyadamoo tajaajila kanaati. Maamiltoonnii 2G fi 3G fayyadamaa guyyaa dhalootaa tolaa ta’uu hindanda’an.
- Kennaan qarqanba guyyaa dhalootaa tolaa (giigaa baayitii 1, Intarneetii, daqiiqaa 20 fi ergaa gabaabaa 20 )maamiltoota guyyaa dhlootasaanii kan isaan qaqqabu yoo ta’u, waggaattial tooko kan dhihaatu ta’a.
- Tajaajila kanan argachuuf guyyaan dhalootaa maamiltootaa siistamarratti sirriitti galmaa’uu galmaa’uu qaba. Odeeffannoon guutuu yoo hintaane maamiltoonni akkaataa ergaa beeksisaa isaan qaqqabuun waraqaa eenyummaa isaaniii qabachuun gara jiddu galeessa gurgurtaa Itiyoo telekoomii isaanitti dhihoo jirutti galmeessisuun tajaajila argachuu nidanda’u.
- Maamiltoonni odeeffannoo guyyaa dhalootaa amansiisaa fi dhugaa ta’e yoo hindhiheessisneen ala aama dhumaatti galmeessisuu kan qaban al tokko qofa.
- Qabeenyoota qarqaba tolaa hunda gara tajaajila biraatti jijjiiruu nidandeessu. Haata’u malee gara maamila biraatti dabarsuu hindandeessan. Maamiltoonni fayyadamoo qarqaba daangaa malee ta’an garuu qarqaba guyyaa dhalootaa isaanii kennamegara maamila biraatti akka dabarsan ni eeyyamamaaf.
- Maamilli tokko lakkoofsi tajaajilaa addaddaa guyyaa dhalootaa addaddaa kan galmaa’e yoo ta’e tajaajilli guyyaa dhalootaa tolaa lakkoofsota hundaarratti hojiirra ni oola.
- Maamiltoonni kennaa qarqaba guyyaa dhalootaa tola kennameefitti fayyadamanii akka xumuraniin qarqaba idileerraa qarqaba torbanii hir’ifamni %20 taasifameef guyyaa dhalootasaaniirraa eegalee guyyoota walitti aanan 3f bitachuu akka danda’an ergaan beeksisaa yemmuu isaan qaqqabu bitachuu ni danda’u.
- Maamiltoonni tajaajilichaaf ga’umsa hinqabne qarqaboota guyyaa dhalootaa hir’ifamni taasifameef bitachuuf uoo yaalan tajaajila kanaaf ga’aa akka hintaane ergaan beeksisu isaan qaqqaba.
- Qarqaba guyyaa dhalootaa hir’ifameef wayita bittan qabeenyi qarqabaa gara tajaajila birootti jijjiiruu akkasumas gara biraatti dabarsuu ni dandessu.
- Maamiltoonni guyyaa dhalootasaanii kabajanii fi hin kabajne hundi qarqaba guyyaa dhalootaa bitachuu fi kennaa gumaachuu ni danda’u. Haata’u malee qarqaba kana wayita bitatan ergaan barreeffamaa gammachuu ibsu walii isaan qaqqaba.
- Qarqabni hir’ifamni taasifamee fi kennaan guyyaa dhalootaa karaa filmaatota Itiyoo gabataa, appilikeeshinii maayi Itiyooteel, Teeleebirrii fi sagalee of gargaarsaa irratti dhihaateera.
- Danbii fi haaldureewwan qarqaba duraan turanii hojiirra ni oolu.