Kuufamoota Xixiqqaa

Kuufama Maaykiroo keenya gatii xiqqaadhaan wal qunnamaa!

Kuufama Maaykiroo keenyaan gatii xiqqaadhaan wal qunnamaa!
Daataa, Sagalee fi Ergaa gabaabaa wal makaa argadhaa, dabalataan daataa Telegram waliin chat keessaniif-hunduu gatii hin mo’amneen.
• Kuufama Sa’aatii 1: Qarshii1 qofaan
• Kuufama Sa’aatii 2: Qarshii 2 qofaan
Yeroo sochii irra jirtan saffisaan haaromsuuf ykn marii gabaabaa gochuuf mijataa dha

Micro Packages

Kuufama Sa'aatii Tokkoo

PackagesPrices in ETB
4Min 1 Birr
30MB 1 Birr
150MB for Telegram 1 Birr

Kuufama Sa'aatii Lamaa

PackagesPrices in ETB
10Min 2
70MB 2
400MB for Telegram 2